Genesis 45:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan jettuuni, Gaari horiini hirkisani fud'ad'a, aka ijoollefi nad'eeni teesani yaabatuu; abba keesanile fuud'a, koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Atillee obboleewwan keetiin «Lafa biyya Misirii keessa daa'imman teessanii fi dubartoota teessan maraafuu konkolaataa fardaa fuudhaa'a; abbaa keessanillee qabadha'aa koottaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dabalii isaan ajajiitii, ‹Garreettaa geejjibaa ka niitota teessan, ijoollee teessanii fi abbaa keessan itti feetanee fiddanu, biyya Gibxi'iitii fudhadha'aa deema'a.