Genesis 45:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan miha keesani iyyaaliina, biyyeeni lafa Misiri keesa ch'ufa ira dansa teesani taati jed'iini jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
meeshaa keessan maraafuu hin yaadinaa'a; eebbi biyya Misirii keessa jiru maruu keessan waan ta'eef isaaniin jedhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'ii keessatti lafa irra caalaa dansa'aa waan dhaggattanuuf, karra teessan ta lakkittanee dhuttanuuf hin qucuucamina'a› jedhiin» jedhe.