Genesis 45:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abba isaale harrele kud'ani, ta waan dadansa lafa Misiri baatu, ammalle kud'ani d'ibi, ta mid'aanifi qit'afi woreega karaa baatu ergeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaa ufiitiifillee akkuma san ergeef; harriin kudhanitti waan mishaa biyya Misirii keessatti argamu fe'ee ergeef; akkasuma hennaa dhufuuf harriin dhadhaltu'utti dhalee karaa irratti isaaniif ta'u fe'ee qamadi'ii fi buddeena ergeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaa ifiitiif waan dadansaa biyya Gibxi'iititti dhaggamanu fe'iisa harreele'ee kudhan, dabaleelle ideensa kara'aatiif galaa akka te'u midhaanii fi daabboo, sagalee dhibiille fe'iisa harreelee dhaltu'uu kudhan erge.