Genesis 45:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani isaa deema kaate jennaani d'aamate waan jed'e, Karaati woli indidina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef obboleewwan ufiitiin «Kara'atti wol hin lolinaa'a» jedhee isaan geegessee nagaya isaanitti dhaamate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni obboleeyyan ifii ergee, isaanille ka'aaranuun, inni, «Karaa irratti wol hin lolina'a!» isaaniin jedhe.