Genesis 45:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba lafa Misiriti yaani, lafa Kanaani fulla abbaani jiruuni bahani waan jed'aniini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee deemanii biyya Misirii keessaa bayanii biyya Kana'aanii abbaa ufii Yaaqoobiin bira gayanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan biyya Gibxi'iitii bayanee, lafa Kana'aanii keessatti gara Yaaqoobii abbaa ifii dhufane.