Genesis 45:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni ammalle injira, amma isuma lafa Misiri ch'ufa guddaani iti isa. Dubbini suni Yakobo mamsiifte, inni d'ugefachu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yooseef lubbu'uun jira, biyya Misirii maraa irratti bulchaa ta'eera» jedhaniin. Yaaqoob guddisee naye; isaan hin amanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, abbaa ifiitiin, «Yoseef haga ammaa hin jira! Lafa Gibxi'ii duudii irrattiiyyuu bulchaa te'eera» jedhane. Yaaqoob ammoo nayee gaggabe; inni dubbii isaaniille dhugeeffatiisa hin dandeenne.