Genesis 45:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan Yusufuuni jed'e ch'ufa d'agaye ammalle gaari horiini hirkisu, ka isa jed'ani lafa Misiri keesaa ergani arge jennaani mama kaanile baafate waan jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan Yooseef jedheen maraa isatti himanii konkolaataa fardaa ka Yooseef akka Yaaqoobiin fuudhaniif erge haga arge hin gammade;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee waan Yoseef isaaniin jedhe mara yennaa isaan itti himane, gara biyya Gibxi'ii akka ittiin isa fidanu garreettaa geejjibaa ka Yoseef ergelle yennaa dhagge bayyanate.