Genesis 45:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni waan oboleyaani isaatini jed'e, Anini Yusufu. Aabbooni d'uguma ammalle injira? Waan kana d'ageennaani oboleyaani isaa mudamte waan jettule d'abde.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef obboleewwan ufiitiin «Ani Yooseef obboleessa keessan; abbaan kiyya haga adhaa lubbu'uun jiraa?» isaaniin jedhe; obboleewwan isaallee waan nayaniif isaa deebisuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef obboleeyyan ifiitiin, «Ani Yoseef. Abbaan kiyya haga ammaa hin jiraa?» jedhe. Obboleeyyan isaa ammoo fuula isaa duratti guddoo waan sodaatteef deebii isaaf deebisuu hin dandeenne.