Genesis 45:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan na gurgurtani amma ilaalefatina, yokhaani wollaali keenna injed'ina. Waaqumati isani dura na erge, aka anini lubbu biyyaa baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
na gurgurachuu keessanitti gaabbitanii hin gaddinaa'a; hin qunqunfatinaa'a; waan Rabbi lubbuu namootaa oolchu'uuf isin afo'otti na ergeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi lubbuu kolba'aa fayyisiisaaf, isiniin dura waan na ergeef, isin waan as na gurgurtaneef hin yaaddoyina'a yookiin ifitti hin aarina'a.