Genesis 45:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni beela Kanaani wolti lama, shani d'ibiti hafa, ka nami qote imfach'aamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaan lamaan kun biyya lafaa irratti beela waan ta'eef woggoonni lafa hin qonnee fi hin haamne shantu hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa irratti beelti haga buuteen amma woggaa lama; woggaa shanan ammalle dhufu'uu jirtu keessatti hin qotatanu, hin haammatanulle'e.