Genesis 45:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Waaqa male, namu asi na inergine. Inni ya abba mala gudda ka Farao na tolche, hojattuuni isaa ch'ufti na jala jirti, finni lafa Misiri ch'ufti harka kiyya keesa jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ka garana na erge Rabbi malee isinii miti; Rabbi garana na ergee Fari'oon akka abba'aa mana ufii maraa irratti goofta'aa fi biyya Misirii maraa irrattuu bulchaa na taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ka as na erge Waaqa malee, isinii moti. Waaqi qondaala ol aanaa mooticha biyya Gibxi'ii, itti gaafatamaa mana mootummaa mootichaatii fi lafa Gibxi'ii duudii irratti bulchaa na godheera.