Genesis 46:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan qabu ch'ufa fud'ate Beersheba d'aqe achiti sorio Waaqa abba isaa Isaaqoti baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el waan ufii qabu maraa qabatee gara biyya Beersaabeehii dhaqee Waaqa Yisaaqii abbaa ufiitiif ciincaa dhiyeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yaaqoob waan qabu mara fudhatee gara biyya Gibxi'ii dhaqiisaaf ka'ee, Bersheebaa yennaa geye, Waaqa Yisihaqii abbaa ifiitiif ciincaa dhikeesse.