Genesis 46:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudafi ilmaani isaa: Shela, Peresi, ammalle Zera. (Ilmaani Yuda ta d'ibiini, Erifi Onani lafa Kanaaniti doote.) Ilmaani Peresi Hesronifi Hamuli.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yihuuda'aa Eer, Awunaan, Seeloom, Faareesii fi Zaara'a. Eerii fi Awunaan biyya Kana'aaniititti du'an; Ijoolleen Faareesii Eediroomii fi Hamul.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan Yihuda'aa: Eer, Onaan, Shelaa, Faaresii fi Zaara'a (Eerii fi Onaan ammoo lafa Kana'aanii keessatti du'ane). Ilmaan Faaresii: Hezronii fi Hamul.