Genesis 46:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Misiri keesati Yusufuuni ilmaani lama d'ale, Manaseefi Efraimu; ijoolle tana Asenathi, ta dubra Potifera, ka qaallu lafa Oniti, isaa d'ale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseefillee biyya Misiriititti Minaase'ee fi Efreemiin uumate; kunniin ijoollee Asnaatii ta intalti gadichi qachaa Heliyootu'uu Phiixifaara'aa Yooseefii deette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'iititti Yoseef intala Phoxii-Feraa hayyicha Onii, Asenaati irraa Minaase'ee fi Efreem uumate.