Genesis 46:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani Yakobo, ta lafa Misiriti godaante, nad'eeni worraa male, isiini ch'allaani jaatami jaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Yaaqoobiin woliin gara biyya Misirii galan haawwota manaa ta ijoollee ufiitiin alatti worri gudeeda isaatii bayan wolitti qabaa namoota jahaatamii jaha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Yaaqoob woliin gara biyya Gibxi'ii dhaqane, dubartoota ilmaan isaa adoo itti hin dabalin, sanyii isaa ka te'ane callaan namoota jaatamii jaa.