Genesis 46:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Misiri keesa Yusufuuni ijoolle lama d'ale, tanaafi worri Yakobo ch'ufti wolti torbatama, ka lafa Misiriti godaane.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Yooseef biyya Misiriititti uumate nama lama; ijoolleen mana Yaaqoobii ka biyya Misirii galan wolitti qabaa namoota torbaatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan lama ta biyya Gibxi'ii keessatti Yoseefiif dhalatte woliin laakkossi maatii Yaaqoobii torbaatama.