Genesis 46:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jettaniini, Nufi worri keennaleeni haguma d'alanne tissitu horiti. Akanaani inni lafa Gosheni isani teesisa. Wonti Yusufuuni akasi jed'eefi, tissituuni horii aada worra Misiri keesa falfala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Nu'u garboonni tee ijoollummaa irraa haga adhaa nu'uu fi abboonni teennallee worra horii horsiisu› jedha'aanii; worri hoolaa tissu maruu biyya Misiriititti waan tuffatamaniif akka Geeseemiin teettan isin taasisaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isin, ‹Nuuti garbooti teeti akkuma abbootii teenna ta durii, ijoollummaa teennaa jalqannee tissitoota hori'ii ti› jedha'aan. Tana yennaa jettane, worri Gibxi'ii tissitoota waan tuffatanuuf, lafa Gooshenii keessa le'iisaaf eeyyama hin dhaggatan» jedhe.