Genesis 46:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yakobooni Beershebaa kae, ilmaani isaa, isaafi ijoolle worraa didiqo, ammalle nad'eeni worrale ch'ufa gaari Faraoni erge yaabachiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob Beersaabeehii ka'ee konkolaataa fardaa ka Fari'oon akka ijoolleen Israa'elii Yaaqoobiin ittiin fidu'uuf ergeen abbaa isaanii Yaaqoobiin, Ijoollee isaaniitii fi dubartoota isaanii yaabbisanii gara biyya Misirii fidan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yaaqoob Bersheeba'aa ka'e. Ilmaan isaalle abbaa ifii Yaaqoob, ilme'ee fi ibidda ifii garreettaa geejjibaa ka mootichi Gibxi'ii akka ittiin dhufanuuf ergetti yaassisane.