Genesis 46:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri horifi waan lafa Kanaani keesati horate ch'ufa fud'ate lafa Misiriti godaane. Yakobooni nama isaa ch'ufa ufi gula fud'ate:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
horii ufiitii fi waan biyya Kana'aaniititti argatan maraa qabatanii Yaaqoobii fi horteen isaa maruu isa woliin gara biyya Misirii dhaqan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan horii ifiitii fi waan lafa Kana'aaniititti horatane mara fudhatanee gara biyya Gibxi'ii dhaqane. Akka kanaan Yaaqoob sanyii ifii mara woliin,