Genesis 46:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami worra Yakobo ka isa woliini lafa Misiriti godaane kana: angafa isaa Reubenifi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan ijoollee Israa'elii ka biyya Misirii galanii kanniin; Yaaqoobii fi ijoolleen isaa ilmi hangafaa ka Yaaqoobii Roobeel,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti gara biyya Gibxi'ii dhaqane, sanyiin Yaaqoobii ta asii gad jirtu. Ilma angaficha Yaaqoobii Ruubenii