Genesis 47:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuuni oboleyaani isaa shani fud'ate gara Farao d'aqe waan jed'eeni, Abbaafi oboleyaani tiyya ya lafa Kanaaniti ree, looni, waan qabani ch'ufa guuratani d'ufani, ammatana lafa Gosheni jirani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseefillee Fari'ooniin, «Abbaan kiyyaa fi obboleewwan tiyya, loowwan isaaniitii fi wonti isaan qaban maruu biyya Kana'aanii keessaa bayanii biyya Geeseemii jiran» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef gara mooticha Gibxi'ii dhaqee, «Abbaan kiyyaa fi obboleeyyan tiyya, hoolotaa fi re'oota ifii, horii ifiitii fi waan qabanu mara woliin lafa Kana'aaniitii dhufaneeran. Isaan amma lafa Gooshenii keessa jiran» jedhe.