Genesis 47:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuuni abbaafi oboleyaani isaa akuma hayyuuni jed'e lafa lafa Misiri keesa ch'ufa ira dansaa, ta d'aatu dira Ramesesi, qubachiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Yooseef akkuma Fari'oon isa ajaje obboleewwan ufiitii fi abbaa ufii lafa biyya Misirii keessatti naannoo Raamse'ee ristii isaanii kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef akkuma mootichi ajaje abbaa ifiitii fi obboleeyyan ifii lafa Gibxi'ii keessaa addee irra dansa'aa, qachaa Raamsesii bira lafa kenneef.