Genesis 47:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba beelti jabaatte, sagale fulla ch'ufa d'abani; worra Misiritiifi ka Kanaanile beelti laafifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya marattuu midhaan waan hin jirreef beelli guddisee hammaatee sababa beelaatiif biyyi Misiriitii fi biyyi Kana'aanii maruu hin miidhame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa duudii keessa beelti waan jabaatteef, wonni nyaatanu dhabame; kolbaan Gibxi'iitii fi Kana'aanii beelaan guddoo miidhante.