Genesis 47:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni beese lafa Misiritiifi ta lafa Kanaani, ta mid'aaniini bitani ch'ufa wolti guure mana Farao geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef qarshii midhaanii ka biyya Misiriitii fi ka biyya Kana'aaniititti gurgurate maraa wolitti qabee mana Fari'ooniititti galche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef beesee namooti biyya Gibxi'iitii fi Kana'aanii ittiin midhaan bitatane mara wolitti qabee, gara mana mootummaa mooticha Gibxi'ii fide.