Genesis 47:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi beeseeni worraa lafa Misiritiifi Kanaani ch'ufti hobaate, worri Misiri Yusufuti d'ufe waan jed'eeni, Sagale nuu kenni, duu nu d'owi. Beeseeni teenna la nuraa hobaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qarshiin biyya Misiriitii fi ka Kana'aanii dhumnaan namoonni biyya Misiriitii maruu gara Yooseefii dhufanii «Maaf beelaan dhumna? midhaan nuu kenni» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beeseen worra Gibxi'iitii fi Kana'aanii yennaa dhumatte, worri Gibxi'ii martinuu gara Yoseefii dhufee, «Nuuti maaf ila teeti duratti duuna? Beeseen teenna dhumatteerti. Sagalee nuu kenni» jedhane.