Genesis 47:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duu nu d'owi, lafa teennale badi d'owi, nufi oobru teenna bitad'i, sagale nuu kenni. Nu tisse Farao taane, lafti teennaleeni ta isaa taati. Mid'aani nu nyaannufi sanyi oobru keesati fach'aamnule nuu kenni, aka nu indoone.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu maaf si biratti dhumna? biyyi teennallee maaf baddi? nu'uu fi biyya teennallee midhaaniin biti; nu fari'oonii garboota haa taanuu; lafti teennallee ta isaa haa taatuu; nu akka du'a oollu, lafti teennallee akka hin banne midhaan facaafannu nuu kenni» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuutii fi latti teennalle ila teeti duratti bannaa ree? Nu'uu fi lafa teennalle bitadhuutii sagalee nuu kenni; nuuti lafa teenna woliin mootichaaf garboota hin teena. Nyaannee jiru'uun akka leenuuf midhaan nuu kenni; latti teennalle duwwaa akka hin teene sanyii facaafannu nuu kenni» jedhane.