Genesis 47:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yusufuuni waan oobru jed'ani ch'ufa Farao bite. Wonti akanatiifi nami lafa Misiri ch'ufti, maro beelti hammaatteefi, oobru ufii gurgurate, lafti haguma geetuuni ta Farao taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef lafa biyya Misirii maraa Fari'oonii bite; waan beelli namoota Misiriititti jabaateef ristii ufii gurguratanii lafa qabeenna Fari'oonii taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef lafa biyya Gibxi'ii mara mootichaaf bite. Beelti waan jabaatteef, nami Gibxi'ii martinuu lafa ifii Yoseefitti gurgure; Lattille qabeenna mootichaa teete.