Genesis 47:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti inni imbitiini lakise, ta qaalole ch'alla. Wonti worri oobru ufii ingurguriinifi waan hayyuuni jiati wo hereguufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni lafa gadootaa callaa dhiise; waan gadoonni Fari'ooniin irraa durgoo argataniif isaan lafa ufii itti hin gurguranne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef lafa hayyootaa callaa hin binne; hayyooti durgoo yennaa mara mooticha irraa waan fudhatanuuf, isaan lafa ifii hin gurgurre.