Genesis 47:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yusufuuni seera lafa Misiriti baase waan jed'e, Kintaala shani ch'ufa keesa toko ha ka hayyu tahu. Seeri kunini haga arrale inuma jira. Oobru qaalole qofati ta hayyuu intahiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseefillee lafa gadootaatii achi haga adhaa biyya Misiriititti harka shan keessaa tokko Fari'oonii kennuun seera ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yoseef biyya Gibxi'ii keessatti harka shan keessaa tokko mootichaaf akka kennamu seera haga adhaa jiru tume. Latti qabeenna mootichaa hin te'in lafa hayyootaa qofa.