Genesis 47:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Israeli lafa Misiri arda Gosheni keesa teete achiti horte daraarte ilmaani heddu d'alte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el biyya Misirii Geeseemiin keessa jiraatee bulche, hin horan, guddisanii baay'atanille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti biyya Gibxi'ii lafa Gooshenii keessa le'ane. Isaan achitti qabeenna dhaggatanee, ijoollee horanee laakkossaan bacatane.