Genesis 47:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani gabaabate jennaani ilma ufii Yusufu yaame waan jed'eeni, Harka kanke jiddu gudeeda kiyya keeyad'i, aka lafa Misiri keesati na inawaalle kakhad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el hennaan du'u geennaan ilma ufii Yooseefiin waamee «Yoo si afo'otti gaachena argadhee jiraadhe koottuu gudeeda kiyya qabii akka biyya Misiriititti na hin awwaalle dhugamaan naa kakadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaan Yaaqoob du'u dhikaannaan, inni ilma ifii Yoseef gara ifii waamee, «Ani si duratti fudhatama yoo qabaadhe, harka keetiin gudeeda kiyya qabadhuu akka biyya Gibxi'ii keessatti na hin awwaalle naaf kakadhu.