Genesis 47:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa Kanaani la beelti balleesite, mari horiini d'eeduleeni injiru, tanaafi lafa tanati godaanne. Aabbo si kad'anna, lafa Gosheni keesa nu qubachiisi jed'aniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beelli biyya Kana'aaniititti guddisee waan hammaateef hulee hoolota teenna itti tiffannu dhabnee biyya kana keessa taa'u'uuf dhufneerra; nu garboonni tee biyya Geeseemii akka teennu si kadhanna.» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa Kana'aanii keessa beelti waan jabaatteef, horiin keennalle marra dheedu waan dhabeef, nuuti yenna'aaf as le'iisaaf dhunneerra. Tanaaf maganne'ee, lafa Gooshenii keessa akka leenu nuu eeyyami» jedhane.