Genesis 47:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
lafti Misiri tama worraati. Arda Gosheni, ka lafa Misiri ch'ufa ira dansaa, ha qubataniti. Ammalle yo nami beekha qabu, ka wo guutu, worra ke jiraate, hori kiyyale harka worrati kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafti Misirii tun badho'oo obboleewwan teetii fi abbeetiillee hulee mishaa kenniif; biyya Geeseemii keessa haa jiraatanii; isaan keessaa nama beekkumsa qabu yoo ka beettu ta'e worra horii kiyya tissan irratti bulchaa godhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti Gibi'ii kunoo harka keeti jirti; biyya Gibxi'ii keessaa lafa irra caalaa dansa'aa Gooshenitti isaan qussiisi. Isaan keessaa dandeettii addaa ka qabanu yoo jiraatane, horii kiyya irratti itti gaafatantoota godhi» jedhe.