Genesis 47:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan jed'eeni, Anini haguma d'alad'e gudduma lafa keesa godaane, waan ani sehu ganni kiyya amma d'ibba tokofi sodoma inuma gaha. Anini haga abbooti tiyya ganna d'eera inteenne, ganni kiyya gabaaba, gabaabani kunileeni ka gaargalaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoobillee Fari'ooniin «Ani woggaa dhibbaa fi soddoma ta'eera; bara jireenna kiyyaa keessa wonti badaanillee na irra gayeera; barri kiyya haga bara abbootiin teenna lafa irra jiraatanii hin gawu» jedhee;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoobille, «Ani asii fi achi daaqaa woggaa dhibbaa fi soddoma tureera. Woggooti sunille abbootiin tiyya ta durii asii fi achi daaqaa ta turte caalaa diqqo'oo fi rakkinnaan ta guutante» jedheen.