Genesis 48:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Israeliini jaarumafi ilti isaa waaroofte aka dansaa wo argu dad'abe. Tanaafi Yusufuuni ilmaani isaa itiini d'ufe, inni iti mamarate d'ungate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el jaaree ijaan arguu hin danda'u ture; innillee gara isaa dhiyeessinaan ammatee isaa dhungate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tana Yaaqoob waan dulloomeeruuf ilti isaa caararroottee, hubatee dhagguu hin dandeenne. Maarre Yoseef ilmaan ifii gara isaa fide; innille hanqafatee sunqate.