Genesis 48:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yusufuuni Yakobo ijoolle iraa guure d'aatu isati jilbifate mataani gajed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef ijoollee abbaa ufii irraa achi siisseefii haga kallachaan lafa tuqutti gad jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yoseef jilba abbaa ifii irraa isaan kaasee, inni ifiif lafatti gad gombifame.