Genesis 48:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni Yusufu eebise waan jed'e, Waaqi abbootini tiyya Abrahamufi Isaaqooni hojatteefi ijoolle tana eebisinna! Waaqi ka haga arra naani gahe isi eebisinna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yaaqoob Yooseefiin akkana jedhee eebbise; Waandhi abboonni tiyya Abrahaamii fi Yisaaq faanaa deema'aa isa tajaajilanii fi Waandhi anallee jireenna kiyya maraa eegee haga adhaa na tisse ijoollee tanniin haa eebbisu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni Yoseef eebbisee, «Waaqi abbootiin tiyya Abrahaamii fi Yisihaq tajaajilte jiruu tiyya mara haga adhaa ka na eege.