Genesis 48:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani ta gaargala ch'ufa keesaa na baafte isi eebisinna! Maqa kiyyafi ka abbooti tiyya Abrahamufi Isaaqoleeni ijoolle tanaani imbadiini! Isiini ha daraarte ijoolle heddu d'altuti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan waan badaa jalaa na hambise, Isaanillee haa eegu. Isaan maqaa kiyya, maqaa abboota tiyyaa Abrahaamii fi Yisaaqiin haa waamamanii, horanii lafa irratti haa baay'atanii» jedhee isaan eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan miidhaa mara irraa na wode inni ijoollee tana eebbisuu ti. Maqaa kiyya, maqaa abbootii tiyyaa Abrahaamii fi Yisihaqii waansisanee, lafa irrattille horanee bacatanuu ti» jedhe.