Genesis 48:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan abbaani jed'e, Aabbo, akasiniti, angafi kana, harka kanke mirgicha ira keeyad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseef abbaa ufiitiin, «Abbaa kiyya akkasii miti; inni hangafa waan ta'eef harka kee ka mirgaa isa irra kaayi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef abbaa ifiitiin, «Abbaa kiyya, akkasii moti! Kun angaficha waan te'eef, harka keeti middicha mataa isaa irra keyi!» jedhe.