Genesis 48:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo abbaani dide waan jed'e, Imbeekha, gurba, imbeekha. Ijoolleeni Manaseleeni gosa guddo taati. Ammo oboleesi isaa maand'ichi isa ira jabaata, ilmaani isaaleeni gosa heddu taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan ammo didee, «Ilma kiyya beekeera; kunillee akkasuma banii guddaa ta'a; hin baay'atalle'e; ammo ilmi maandha'aa ka hangafaa tara; horteen isaallee baay'ee banii guddaa ta'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan isaa ammoo didee, «Ani hin beeka, ilma kiyya, ani hin beeka. Sanyiin Minaase'eelle kolbaa guddoo hin teeti; te'uu malee, obboleessi isaa maandhich isa hin caala; sanyiin isaalle kolbaa biyya adda addaa guddoo hin teeti» jedhe.