Genesis 48:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba guyya suni eebiseefi waan jed'e, Gochiti Israeli maqa keesaniini woleebifte waan jettu, Waaqi aka Efraimufi Manase si tolchinna. Akanaani Yakobooni Efraimu angafa Manase tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafasuma isaan eebbise; Israa'el akkana jedhamee isiniin eebbifama ‹Rabbi akka Minaase'eetii fi akka Efreemii isin haa godhu› jedhan» akka kanaan Yaaqoob Efreemiin Minaasee hangafsiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre inni guyyaa san isaan eebbisee, «Israa'elooti, ‹Waaqi akka Efreemii fi Minaase'ee si godhuu ti› jedhanee maqaa keetiin nama hin eebbisan» jedhe. Akkasiin Yaaqoob Efreem Minaase'een dura aanse.