Genesis 48:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini oboleyaani tanteeti inkennu, ammo sii, lafa Shekemu ta biyye dansa qabdu, ta anini gosa Amori sheeftifi guube tiyyaani iraa fud'ad'e, kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
lafa ani worra Amoorotaa irraa woraanaa fi guraade'een lolee harkaa fudhadhe obboleewwan tee keessaa harka tokko caalchisee sii kenneera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ka obboleeyyan teeti woliin qoodantane caalaa, lafa dansaa Sheekemii ta shallaaga'aa fi guubee worra Amoorotaa irraa fudhadhe si'iif hin kenna» jedhe.