Genesis 48:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yakobooni waan Yusufuuni jed'e, Waaqi Guddaani lafa Kanaani keesati fulla Luzuti nati mullate na eebise
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaaqoob Yooseefiin, «Waandhi waa maraa danda'u biyya Kana'aanii hulee Loozaa jedhamtutti natti mudhatee na eebbise;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaaqoob, Yoseefiin, «Waaqi waan mara dande'u, lafa Kana'aanii keessa, addee, ‹Luz› jedhantutti natti mudhatee na eebbisee,