Genesis 48:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan naani jed'e, Anini si daraarse ilmaani tante heddu taati; lafa tanale sifi ilmaani teetii kenna, haga jiru jireennale teesani taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Si daraarsa, si baay'isa, banii badhaa si taasisa; lafa tana hortee kee ka siin maayessa dhufuu kenna› naan jedhe» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Ani si horsiisee si hin baceessa. Abbaa kolbaa heddu'uu si hin godha; lafa tana haga bara baraa sanyii teetiif hin kenna› anaan jedhe.