Genesis 48:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini waan kana jed'eefi, gaafa anini Mesopotamia d'ufu jiru, Raheliini lafa Kanaani keesati karaati doote, ato Efrathi ingahiinu. Anini guddo iraa laalefad'e d'aatu kara Efrathi awaale. (Efrathi amma maqaani Bethlehemu.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani uduu Masephoxomi'aa deebi'aaru biyya Efraataa seenu'uuf diqqoon na hafeeru Raaheel biyya Kana'aanitti kara'atti na harkatti duunaan karaa Efraata'aa irratti awwaale. (Huleen sun adha Beeteliheem jedhamti.)
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani phaadaan-Aaramii deebi'u biyya Kana'aanii keessatti Efraataa geyaaruun, Raahel kara'atti na duraa duutee, karaa Efraataa dhaqu cina'atti awwaale» jedhe. Efraataan amma, «Betlihem» jedhama.