Genesis 48:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yusufuuni waan jed'eeni, Tunini ilmaani tiyya, ta Waaqi lafa Misiri tana keesati naa kenne. Inni waan jed'eeni, Natiini kooti, ineebisaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yooseefillee abbaa ufiitiin «Ijoollee Rabbi hennaa ani biyya tana keessa jiru naa kenne» jedheen. Innillee «Isaan eebbisaa as naa dhiyeessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoseef deebisee abbaa ifiitiin, «Isaan ilmaan tiyya ta Waaqi as biyya tanatti naaf kenne» jedhe. Yaaqoob, «Akka ani isaan eebbisu gara kiyya fidi!» Yoseefiin jedhe.