Genesis 49:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ororooni inni namaani fidu harkaa imbuutu, lichooni hayyumaa worra isaa keesaa imbaatu, haga abbaani damoosa baasanifi d'ufe isa durati gajed'ani saalfatanifiiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baalliin mootumma'aa mana Yihuuda'aatii hin dhabamu; haga ka bulchu dhufuuf; halangeen baalli'ii isa biraa hin dhabamtu; ormillee isaa ajajama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka kolbaan duudiin ajajantuuf, haga bara baraa ka bulchu, ka mootummaan isaaf malte, haga dhufutti, bokkuun harka Yihuda'aatii hin baatu. Mootoleen maatii Yihuda'aa irraa hin dhufan; nami tokko Yihudaa irraa yennaa mara barcumaa mootumma'aa irra hin tee'a. Ka mootummaan isaaf malte haga dhufutti Yihudaan hin bulcha; gosi biyya adda addaalle isaaf hin ajajaman.