Genesis 49:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilti isaa daad'i zabibutiini diimatte, ilkaani isaaleeni aananiini addaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji isaa daadhii woyini'ii caalaa diimata; ilkaan isaa aannan caalaa addaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti isaa daadhii woyni'ii caalaa diimatti; ilkaan isaa aanan caalaa addaata.