Genesis 49:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Zabuloniini afaani baariini qubata; hobolooni ch'ufti fulla isaa galti; seeri arda isaa Sidoniti muumme baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Zaabiloon qarqara galaanaa jiraata; daangaan isaa hulee markabni itti wolitti qabamu ta'a; qacceen isaa haga biyya Siidoona'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Zebuloon qarqara abbaaya'aa hin le'a; qarqarri abbaaya'aa ka isaa sun lafa buufata hoboloota gugurddo'oo hin te'a. Meessaan lafa isaa Sidoon hin te'a.