Genesis 49:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni fulla gadi ch'iise dansa arge lafa sunile maacha. Tanaafi gadi jed'e miha duddati deefate, akuma tisse namaa hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo hennaa akka huleen inni ciisu misha'aa, laftillee ta nama gammachiiftu akka taate hennaa arge; fe'aa baadhachu'uuf duddaan gad jedha; akka hojjata'aatitti hujii hunnaa hojjata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo addeen isaa ta fooraa dansaa, latti isaalle attam akka gammachiittu yennaa dhagge, fe'amiisaaf dudda ifii cillaaffatee garba te'a.